1/4
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 0
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 1
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 2
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 3
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) Icon

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

sammubani
Trustable Ranking IconGüvenilir
1K+İndirme
6MBBoyut
Android Version Icon4.0.3 - 4.0.4+
Android sürümü
16.03(21-10-2020)En son sürüm
-
(0 İncelemeler)
Age ratingPEGI-3
İndir
DetaylarİncelemelerSürümlerBilgi
1/4

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) açıklaması

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo ‘Save’ tuquun boodarra “Barruu olkaa’ame” keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Search” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (share gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.


Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) - Sürüm 16.03

(21-10-2020)
Diğer sürümler
Yenilikler neConverting sammubani.com to app

Henüz yorum veya değerlendirme yok! İlk yorumu yapmak için lütfen

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) - APK Bilgisi

APK sürümü: 16.03Paket: mobi.androapp.sammubani.c6937
Android uyumluluğu: 4.0.3 - 4.0.4+ (Ice Cream Sandwich)
Geliştirici:sammubaniGizlilik Politikası:https://www.sammubani.com/privacy-policyİzinler:11
Ad: Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)Boyut: 6 MBİndirme: 30Sürüm : 16.03Yayın Tarihi: 2021-04-18 23:57:53Min Ekran: SMALLDesteklenen CPU:
Paket kimliği: mobi.androapp.sammubani.c6937SHA1 İmzası: 33:62:2E:73:C6:FA:71:48:94:DB:47:40:8D:EE:07:20:29:4A:2D:85Geliştirici (CN): Genius FoolsKurum (O): PuzzlersWorldYerel (L): BangaloreÜlke (C): 91Eyalet/Şehir (ST): KarnatakaPaket kimliği: mobi.androapp.sammubani.c6937SHA1 İmzası: 33:62:2E:73:C6:FA:71:48:94:DB:47:40:8D:EE:07:20:29:4A:2D:85Geliştirici (CN): Genius FoolsKurum (O): PuzzlersWorldYerel (L): BangaloreÜlke (C): 91Eyalet/Şehir (ST): Karnataka

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) uygulamasının en son sürümü

16.03Trust Icon Versions
21/10/2020
30 i̇ndirme6 MB Boyut
İndir